Qubee Afaan Oromo Basics (Afaan Oromo alphabts and sounds)

Lesson 01: Oromo Alphabets: Qubee Afaan Oromoo

QubeeFakkeenya (Example words with beginning sounds)
AAbaaboo, Abbaa, Abjuu, Abdii, Aduu
BBalbala, Baaduu, Bal’aa, Baala, Baallee, Baayy’ee, Barruu, Barreessi, Balaa
CCabbii, Callee, Cuukkoo, Caalaa
DDaaraa, Daandii, Daadhii, Dafinoo
EEeelee, Ergaa, Eeba
FFakkii, Farsoo, Faarfannaa, Fira, Foon, Faaggaa
GGaala, Gale, Galle, Galii, Gaara, Garee
BHaaduu, Harrii, Harka
IIrbaa, Ittoo
JJimaata, Jaartii
KKottee, Kaballaa, Komputera, Kellaa, Keelloo, Keenya, Karaa, Kakuu, Kaayyoo, Kennaa
LLafa, Laafaa, Lafee, Lafoo, Late
MMiilla, Mana, Mucaa, Maree, Maxinoo, Maatii, Marqaa
NNama, Naannoo, Naamusa
OObboleessa, Obboleettii, Obboroo, Okkotee
PPeexiroos, Peenxee
QQara, Qaroomina, Qarqara, Qalbii, Qamadii
RRaafuu, Rafi, Roorroo, Roobii, Roorrise, Rooba, Raatuu, Randa, Raammoo, Raawwii
SSaree, Surraa, Simboo, Sadii, Safuu, Saamuu
TTitiisa, Tiksee
UUrjii, Uumaa, Ujummoo, Uggura
V
WWaaree, Warra, Waarii, Waaduu, Waadaa, Waangee, Wawuu, Waraabessa, Waraana
XXuwwee, Xeerii, Xeeba, Xaafii
YYaada, Yaaddoo
ZZaanziibaar

Qubee Dachaa

QubeeFakkeenya
ChChaappaa
NyNyaata, Nyaara
Ts
DhDhadhaa, Dhalaa, Dhaadhessuu
PhPheexiroos
Zy

Go to Oromo for Children